Shirkiin Aakhiratti Salphinnatti Nama Geessa-Kutaa 6
Sheyxaanni isaan ganuu
Sababni guddaan shirkiitti nama kuffisu hasaasa sheyxaanaa hordofuudha. Sheyxaanni diina namaa waan ta’eef namoota shirkiitti kuffisuun ibiddatti akka taran carraaqa. Guyyaa Qiyaamaa immoo namoota jallisaa ture ni gana. Qur’aana keessatti: