Zinaa Irraa Akkamitti Of Eeganii?-Kitaaba

Bismillah jechuun dubbii kiyya banee
Gargaarsa Mawlaa abdadhee kunoo karaa bu’ee
Zinaan karaan isaa badee hin qabu faaydaa
Itti hin kalaayinaa miidhaan isaa guddaa
Tooftaa ittin of eegdanii kunoo asirraa baradhaa
Hojii irra oolchuf carraaqaa gargaarsa Rabbiin kadhaa
Amma haa jalqabnu
Walumaan haa barannu
Kitaaba buusuf: https://sammubani.files.wordpress.com/2019/12/zinaa-irraa-akkamitti-of-eeganii.pdf

Print Friendly, PDF & Email
Zinaa Irraa Akkamitti Of Eegan?-Guduunfaa

One comment

Leave a Reply