Hiika Iimaanaa-Kutaa 2
Kutaa darbe irraa itti fufuun hiika iimaanaa bal’innaan haa ilaallu.
Itti Haa fufnuuIn sha Allah Ilma namaa daandii qajeelumma,gammachuu fi milkaa'innaa itti akeekudha.
Kutaa darbe irraa itti fufuun hiika iimaanaa bal’innaan haa ilaallu.
Itti Haa fufnuuJalqaba irratti wantoota barbaachisoo keessaa hiika iimaanaa fi wanta isa faallessuu dubbachuu barbaanna. Gabaabinnaanis ta’uu mata duree iimaanaa fi diiggaa isaa (kufrii) keessatti dhimmoota barbaachisoo garii qorannoo keenyaan hidhata qabu akeekna. Hiikkaa iimaanaa ilaalchisee dubbiin keenya haala armaan gadiitiin ta’a:
Itti Haa FufnuKutaa darbee keessatti barbaachisummaa wantoota iimaana diigan barachuu jalqabne turre. Har’as itti fufuun kutaa hafee ni ilaalla. Kutaa kana keessatti balaa guddaa namoonni baay’een itti mucucaatan ilaalla. Balaan kunis “Takfiir (kafarsiisuu)dha” Erga kana xumurre booda hiika iimaanaa lamu irra deebi’un bal’innaan ni ilaalla.
Itti haa fufnuKabajamtoota dubbistoota sammubani.com Assalamu aleykum wa rahmatullahi wa barakaatuh (nageenyi, rahmanni fi barakaan Rabbii isin irra haa jiraatu) Gara waggoota lamaaf waa’ee iimaana, Islaamaa fi tawhiida osoo ilaallu kuno as geenye. Alhamdulillah Rabbiil aalamiin. Sababa barreefama kanaatin iimaana keenya ijaarrachuu fi bareechisu akka jalqabne abdii qaba. Biqiltuu iimaanaa keenya kana guyyaa guyyaan beekumsaa fi hojiin kunuunsaa akka jirru abdi qaba. Akkuma wanta biqiltuu teenya tana jabeessuu fi guddisu beekuu fi hojii irra oolchuuf carraaqnu, wanta biqiltu tana balleessu beekuu fi irraa fageessuuf carraaqun nurraa eeggamaa miti ree? Hanga ammaatti wanta biqiltu iimaana dagaagsu fi jabeessu ilaalaa tureerra. Amma immoo wanta biqiltu iimaanaa balleessu ilaalla. Isin qophiidhaa?
Itti haa fufnu