Dubbii Iimaana Diigu-Kutaa 7.1
Nabiyyoota keessatti Dubbii Iimaana diigu
3-Murtiin Rasuula sallallahu aleyh wassallam arrabsuu immoo wantoota iimaana diigan kan kufriitti nama geessan irraayyi.
In sha Allah Ilma namaa daandii qajeelumma,gammachuu fi milkaa'innaa itti akeekudha.
Hiika Iimaanaa
Akka lugaatti iimaana jechuun amanuu, dhugoomsu fi mirkaneessudha.
Akka shari’aatti iimaana jechuun qalbiidhaan dhugaan amanu fi itti buluu, arrabaan dubbachuu fi qaaman hojjachuudha.
Bal’innaan hiika iimaanaa fi Islaamaa barruulee armaan gadii keessaa ni argattu. Barruulee irraa hubachuu fi sirnaan itti fayyadamuuf, dhuma irraa jalqaba. Kana jechuun “Iimaana jechuun maal jechuudha”, “Iimaana fi Islaamaa”…kan jedhu irraa jalqabuun hanga barruulee haarawa maxxanfamanitti dubbisuu dandeessu.
Nabiyyoota keessatti Dubbii Iimaana diigu
3-Murtiin Rasuula sallallahu aleyh wassallam arrabsuu immoo wantoota iimaana diigan kan kufriitti nama geessan irraayyi.
Nabiyyoota keessatti Dubbii Iimaana diigu
Nabiyyi keenya Muhammad sallallahu aleyh wassallam ilaalchisee
Haqa Nabiyyii sallallahu aleyh wassallam irraa hanga inni ajajuutti, dhoowwutti fi hayyamutti ajajaan, dhoowwan, hayyamaani fi hojiin isa dursuu (darbuu) dhiisudha. Akkuma Rabbiin subhaanahu wa ta’aalaa jedhe:
Kutaalee darbe keessatti gosoota tawhiida sadan keessatti dubbii iimaana ilaalle turre. Har’a immoo itti fufuun Nabiyyoota keessatti dubbii iimaana diigu ni ilaalla.
Itti Haa FufnuDuuti maalii? Jireenya tanaan ala jireenyi biraa jiraachutti akkamitti amannaa? Dhuguma, duuti dhuma namaa ta’uu dandeessi? Haalli sirriin Rabbii olta’aatti amanan maaliidhaa? Gaafilee kanaa fi kan kana fakkaataniif deebii kitaaba kana keessatti ni argattu.
https://sammubani.files.wordpress.com/2020/04/hiika-wali-galaa-amanti-islaamaa.pdf
Kutaa darbe keessatti Rabbiin ala wanta nama fayyadu fi miidhu hin dandeenye waammachuun (du’aayin itti qajeelun) shirkii akka ta’e ilaalle jirra. Har’a kutaa xumura dubbii beektotaatin ni goloobna.
Itti Haa FufnuAkkaataa Rabbiin ala wanta nama hin fayyannee fi miidhaa hin deebisne kadhachuun shirkii fi wanta iimaana diigu itti ta’u–Kutaa 3
Itti Haa FufnuAkkaataa Rabbiin ala wanta nama hin fayyannee fi miidhaa hin deebisne kadhachuun shirkii fi wanta iimaana diigu itti ta’u–Kutaa 2
Kutaa darbe keessatti Rabbiin ala wanta biraa du’aayin itti qajeelun akkamitti akka shirkii ta’uu fi iimaana diigu ilaalu jalqabne jirra. Ammas itti fufuun ni ilaalla. Wallaalummaa irraa kan ka’e namoonni gariin nama du’e kadhachuun shirkii amanti keessaa nama baasu akka ta’etti hin ilaalan. Kanaafu, dukkanaa fi dhama’iinsa kana oofun barbaachisadha:
(Bifoota ibaadaa gurguddoo keessaa inni tokko du’aayidha. Akka lugaatti du’aayin waamu ykn kadhachuudha. Shari’aan nama lubbuu qabu sagalee kee dhagayu, akka beekumsaan ykn humnaan si gargaaru waamu irraa hin dhoowwu. Kuni du’aayi asitti dubbannu miti. Kana irra, du’aayin asitti barbaanne fi dhuka ibaadaa ta’e, “sababa qabatamaa ifatti mul’atuun alatti faaydaa argachuu fi miidhaa ittisuuf kadhachuudha.” Du’aayin kuni jiddu-gala tokko malee qajeelloon Rabbiin qofarraa barbaadamu qaba.[1]
Itti Haa FufnuKutaa dabre keessatti waa’ee tawhiida al-uluuhiyyah ilaalle jirra. Kutaa kana keessatti immoo ibaadaa keessaa dhuka kan ta’e du’aayi ilaalla. Sababni isaas, yeroo baay’ee shirkiin kan uumamu du’aayi keessatti.
Itti Haa FufnuKutaa darbe keessatti hiikaa fi barbaachisummaa tawhiidu Al-Uluuhiyyah ilaalle turre. Tawhiida Al-Uluuhiyyah jechuun ibaadadhaan Rabbiin tokkichoomsudha. Kana jechuun ibaadaa hunda Rabbi qofaaf gochuudha. Har’as itti fufuun barbaachisummaa tawhiida kanaatii fi hiika shirkii ni ilaalla.
Itti Haa fufnu